bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 19
Jeremiah 19
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 20 →
1
Rabbi akkana naan jedhe, «Deemii nama faara dhawu irraa waabaa bitadhu; bani'ii fi worra gadootaa keessaa namoota jajjabaa filadhuu akka si woliin deeman godhi.
2
Gara karaa bakka faara caccabeetiin gara dhooqa Heenoomii dhaqi; dubbii ani achitti sitti himu akkana jedhii labsi;
3
‹Isin mootonni biyya Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii maruu waan ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii isinitti himu dhagayaa'a; ani balaa yoo dhagayan nama rifachiisu fida.
4
Wonti ani waan kana godhuuf baniin waan ana dhiisanii fi waaqolee tolfamaa biraatii ciincaa dhiyeessa'aa hulee kana waan batteessaniif; isaan, abboonni isaanii ta duriitii fi mootonni biyya Yihuuda'aallee waan waaqolee tolfamaa kanniinii womaa hin beekan; kana callaa uduu hin taane namoota balleessaa hin qabne ajjeesa'aa huleen kun akka dhiigaan battaayu godhaniiran.
5
Ijoollee ibidda irratti ciincaa godhu'uuf hulee ciinca'aa waaqolee tolfamaa ba'aaliif hojjataniiran; ani akka isaan waan kana godhan isaan hin ajanye; ani sirima waan kana hin yaanne.
6
Kanaafuu huleen kun ka Toofeeti yookaan dhooqa Heenoonii jedhamu sun hafee hennaan dhooqa qalmaa jedhamee waamamu hin dhufa.
7
Ani waan baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii hulee kanatti hojjachu'uuf karoorfatan akka hin raawwatamne godha; akka diintonni isaanii isaan mooyatanii fi akka woraanaan isaan fixan godha; reeffa isaanii akka allaatiin samii irra bararuu fi busaayaan lafa irraa nyaatu godha.
8
Ani qachaa tana diigee lafatti isii tuula; ka karaa san irra lufu maruu nayee rifata; rakkoo isii irra gaye kana argee maalalfata.
9
Diinni qachattii marsee banii fixu'uuf isaan rakkisa; hennaa san wonti nyaatan dhumee baniin waan beelawuuf ufumaa wol nyaatan; siri'ii abboonni foon ijoollee ufii nyaatan.› »
10
Kanaan maayessa Rabbi namoota na woliin deeman afo'otti akka waabaa san cabsu na ajaje.
11
Dubbiin Waandhi banii maraa akka isaanitti himuuf na ajaje kana; «Akkuma waabaan faaraa ka cabe kun deebi'ee wol qabatuu hin dandeenne ani banii kanaa fi qachaa tana akkuma kana isaan caccabsa; worri namni isaan jalaa du'e hulee itti awwaalatan waan hin qabneef Toofeetimatti isaan awwaalan.»
12
Rabbi akkana jedha, «Akkuma Toofeetiin irratti godhe akkasuma qachaa tanaa fi worra qachaa tana keessa jiraatan irrattillee godha;
13
Manniin banii Yerusaalemiitii fi manniin mootonni biyya Yihuuda'aa keessa jiraatan akkasuma ginnoo manaa gubba'aatti loltoota sami'iitii fi hixaana aarsanii fi manniin waaqolee tolfamaa ormaatiif daadhii woyini'ii dhibaasan maruu akkuma Toofeetiititti battaayan.»
14
Kanaan maayessa ani Toofeetii hulee Rabbi dubbii itti dubbadhu jedhee na ajajee deebi'ee dhufe; hulee baya mana woyyuu Rabbii afoo dhaabadhee,
15
«Waandhi Israa'elii Gooftaan banii maraa ‹isaan morkattoota ta'anii waan dubbii kiyyaa hin ajajamneef balaa isinitti fida› jedhee isaanitti hime qachaa tanaa fi worra naannoo isi'ii jiraatan maraa irratti fida.» jedhee isaanitti hime.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52