bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Jeremiah 47
Jeremiah 47
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 46
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 48 →
1
Mootiin biyya Misirii uduu Gaazaa irratti balaa hin buufneen duratti Rabbi waan Filisxeemii akkana jedhee natti dubbate.
2
Rabbi akkana jedha, «Kunoo bisaan gara kaabaatii ka'ee akka laga lolaan guutee yaa'ee; lafaa fi waan lafa irra jiru maraa qachootaa fi banii isii keessa jiraatu maraa hin dhossa; baniin maruu gargaarsa argachu'uuf iyyan; namoonni lafa irra jiraatan maruu mararamanii booyan.
3
Sababaa laagaa faradoo yaabbatanii gulufanii laagaa konkolaata'aa ka diintonni yaabbatanii sababaa huursuutiif, abboonni hunna dhabanii waan dadhabaniif ijoollee ufiituu gargaaru'uuf uf duuba hin deebi'an.
4
Hennaan Filisxeem itti baddu gayeera; worri du'a irraa hafanii Xiroosii fi Siidonaa gargaaran maruu hennaan isaan mummuramanii hafan dhiyaateera; ani Rabbi worra Filisxeemii fiixaa Kaaftoorii ka du'a irraa hafanii qarqara galaanaa jiran maraa hin balleessa.
5
Baniin Gaaza'aa gaddanii mataa haadatan; baniin Asqaloona'aa maruu akka cadhisan taasisan; worri badii irraa hafan ka dhooqa Filisxeemii keessa jiran ka nafa ufii ciccira'aa gaddan haga yoomiiti?
6
‹Guraadee Rabbii! yoom hujii irraa hara baafatta? yabo'oo qola keetitti deebi'ii hara baafadhu› jedha'aa iyyitan.
7
Garuu hujii ani Rabbi isatti kenne uduu hin raawwanne attamitti hara baafata? ani banii Asqaloona'aa fi daangaa isi'ii irra jiran irratti akka balaa buusu ajajeeraan.»
← Chapter 46
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 48 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52